Ad Code

Beeksisa


BEEKSISA
Yabez photography & Printing bakka hojii duwwaa armaan gadii qabu irratti dorgomsiisee namoota ulaagaa guutan miindessuu barbaada.

#Ogeessa kaameeraa fi editiingii ( camera man & editor ) akkasumas giraafiksii
1. @Yabez Photography Ganji, Homa & Yubdo branch
          Ulaagaa
Dandeettii ogummaa jedhame sirriitti kan horate
● Miindaan 7000+dandeettii fi fedhii hojii namni sun qabu irratti hundaa'ee faayidaalee adda addaa ni qabaata.
● Baayina 3

2. Copy writer
        Ulaagaa
● Dandeettii sirnaan qubeessu fi 'basic computer skill' nama qabu.
● Miindaan waliigalteedhan
Odeeffannoo dabalataaf
Gmail: zsk45503@gmail.com
Telegram: @SAMIKASA 

https://t.me/gadaa_media



Post a Comment

0 Comments