Ad Code

Barjaa ( Baanerii ) cidhaaf

          For freelancer


Ulaagaaleen guutamuu qaban. 

👉 Yeroo jedhame keessatti xumuruu kan danda'u. 

👉 Qulqullina (quality) isaa osoo gadi hin buusin Bg bareedaa ta'e irratti hojjechuu kan danda'u

👉 Dhumarratti *Psd fi *Jpeg dhan galchuu kan danda'u.

Price: $0.7 (100 ETB) per banner

Namoonni jalqabuu barbaaddan karaalee armaan gadii nu qunnamuu dandeessu

Tg: t.me/SAMIKASA 

Gmail: zsk45503@gmail.com

Phone: 00251941766651

Post a Comment

1 Comments

  1. Wantoota gaaffii isinitti ta'an karaa 'comment' nuuf maxxansuu dandeessu.

    ReplyDelete